Jabaadhaa! – Walaloo
Hamma silaa raatu diroon dhadhaa baatii
Haaraatu itti dhiisaa bakka cabxeen yaastii
Bara ciniinsuudhaa Gadaa xumuraatii
Tabba kana bahuun obsa barbaachistii
Waa marti ni toltii yeroo isii eeggattii
Nama obsee dhugaa aannan goromsaatii
Yoo booroyte malee wahi xaliiloytii?
Afaan bariisaati lafti dukkanooytii
Mallattoon bariisaa akkanaan beekkamtii
Barihuuf dhaattee jabaadhaa qabsottii!
Dhiiraa fi dhalaaniis mudhii jabeeysaatii
Jabaadhaa saba koo amma nuuf bariitii
Xawalwaallee fi gantuu dhiisaa tuffadhaatii
Gaaf tokko if bartii yookaan achiin haftii
Baga achi bahan qabsoo qancarsanii
Re’eedhaa fi yeyyiin walkeessa hin horanii
Gaffazalamoonni gobeensatti hakaafuu
Ni dhama’an malee friin tokko hin dhufuu
Gaggeessaa qabsoodhaa hoogganicha dhaabaa
Kora sabaatiini filatamuu qabaa
Wanni inni hojjate martinuu laalamee
Bu’aan hujii isaa hundi gilgaalamee
Qabsicha keessatti dheerinni yeroodhaa itti dabalamee
Muxannoon qabsoo isaa akkaan madaalamee
Sabboonummaan isaa sirritti beekkamee
Xiqqaadhaa fi guddaan sabaan jaalatamee
Akkasiin filamaa hoogganaan dhaabaatii
Gandumma fi naannoon filamuun wahi taatii? Read more…
Categories: Afaan Oromoo, Oromia Tags:
Somalia: Ethiopian Troops Pull Out Main Town in Central Somalia; AL-SHABAAB MOVED IN
June 11, 2012 (Shabelle) — Ethiopian troops and allied Somalian militia withdrew from a town in central Somaliayesterday, according to reports from Somalia media.
The town, known as CeelBur or El Bur or Al Bur, located about 150 km south of the Ethiopian border, was captured by Al-Shabaab fighters shortly after the withdrawal.
There are no official statements from Addis Ababa or Mogadishu, yet. However, an official of Ahlu Sunna Waljama’a, which is an ally of the Transitional Federal Government of Somalia, told a news outlet that their retreat was for tactical reasons.
Here are the media reports of regarding the withdrawal and Al-Shabaab’s actions. Read more…
Categories: Somalia Tags:
Cuba injects doctor diplomacy into Africa
Oil-pumping African nations pay hefty sums to staff their hospitals with thousands of Cuban doctors, with most of the money going to the Cuban government.

A cholera-stricken patient is pictured at Angola's Benguela hospital. A generation ago, Cuba sent soldiers to fight in African civil conflicts. Now the island sends doctors to African countries in need. (Alexander Joe/AFP/Getty Images)
June 11, 2012, HAVANA, Cuba (Global Post) — Africa is a growth market for the world’s best-known Cuban brand after Havana Club rum and Cohiba cigars.
That would be Cuba Rx, also known as Havana’s doctor diplomacy.
A generation ago, Fidel Castro sent Cuban soldiers to intervene in African civil conflicts and fight the Cold War against US proxies. Now, Cuba’s doctors are fanning out across the continent as the island expands its role in administering medical services to some of the world’s most ailing countries.
For Cuba the effort is good philanthropy, good diplomacy and, in some cases, good business. The Cuban missionaries are part of a widening global medical outreach that has boosted Havana’s ties around the world and earned billions in hard currency for the cash-strapped Castro government. Read more…
Categories: Africa Tags:
MIIDIYAA QOOQA/AFAAN OROMOO FI, SHIRA WAYYAANEE
Miidiyaa Qooqa Oromoo fi shira wayyaanee kan jedhu jalatti, barruu kutaa lamaan dhiheesse keessatti, shiroota wayyaanee, sabboonummaa fi sochii keenya dhaloota itti aanuun dagaagaa jiru kana laamsheessuuf gaggeessitu tarrisuun kiyya , ka’umsa barreeffama mata duree har’aaf bu’ura ta’a jedheetanii.
HUMNA WALIIF TA’UU MOO,,, CACCABUUTU FURMAATA ???
Kutaa 3 ffa
Wayyaaneen miidiyaan akka of mul’iftu kanatti hin jirtu . humna ishee dhiibuutu dhibeetu malee, keessi ishee garmalee laafatee jira. Onneen qabsaa’ummaa, maallaqaa fi qabeenyaa horachuun shuntuuree jira. wayyaanee kan Umurii dheeresse, jabiina ishee odoo hin taane, hanqina faallaa ishee warra jiraniin ta’uu eenyullee haalu hin danda’u . kanaan alatti, humnoonnis ta’e Ummati faallaa isheen jiru, humna akka hin taaneef shirri isheen hojjattu , maallaqaanis ta’e humnaan kan gaggeessitu ishee gargaaree jira. Kana malees warra waggaa 20 booda illee irriibaa dammaqu dadhabanii fi ummata isaanii irra, maallaqa caalchifatan jiraachuun dabalataan, umurii akka dheerattu taasisee jira. Read more…
Categories: Afaan Oromoo Tags:


