Archive for June 25th, 2012

Yemen: Human Rights and Oromo Awareness – Baqattoota Oromoo Yaman Magaalaa Sana’a irraa

Baqattoota Oromoo Yaman Magaalaa Sana’a irraa | Waxabajii 25, 2012

Akkam nuuf jirtu obbaleewwan keenya nagaadhaa!

Nu hordofuun keesan baayisee nugamachiiseera, bkki hidhaa nuti keesa jirru guyu guyu waan sakata`amuuf dhoksaa dhaan dalgna waan ta`eef baruu keesan amma kana agare. Documenti darban heduu yeroo gabaaba qabnu kana keesatti barbaane baasuuf waan nu ibuuf heedumminaan ka argachuu dandeesan (www.youtube.com/oromorefugeesyemen)jalatti.

Nu bkka buoota qobaatti eega nuhidhanii biyyatti isin darbnna jechuun waan nu doorsisaa jiraniif lubbu keenyaaf sodaachisa waan ta`eef kanaraa nubaraaruuf nu iyaa. Gara biraatiin ijooleef haawan oromoo mana hidhaa dadaa duwwaan hojjatamee keesatti nyaataaf ugaati malee waan darbatamanii jiraniif aduuf bokkaan beelaa waliin nuraa fixaa jira nyaatni nuti qabnu gargaarsa ilmaan Oromoo alaa jiraniin fayadamuun guyuuti daabo(kudama) lama bitachuu dhaani.
Attachmenti; image196,188fii video17 irratti ittigaafatama mana hidha kanaatu warra embaasi waliin hidhamtoota (dubartootaa) bira senuun foto kaafnaan jarrimoo iyyuun bishaan xurii irratti ganaqanii ofiraa baasan. akka aada biyya kanatiin irri dubartoota bira senuun orkaadha. tufii seene malee. video 19 immoo yeroo roobni irratti roobu agarsiisa. Mee ilaala biyya lamataa keesatti baqataan seera UNHCRn mana hidhaati darbatamee roroon akkana sukkaneesa ita`e yoo irratti adem sifamu. Read more…

2 comments - What do you think?
Posted by admin - 25/06/2012 at 6:37 am

Categories: Oromia   Tags:

Tokkummaa Dhaadhessuu fi Tokkummaa Ijaaruun Walii-lama

Hubataa Dubbii irraa | Waxabajjii 25, 2012

Torbbaan afuran dabran keessa gaaffii fi deebii lama, kan Raadiyoon Afuura Biyyaa, Hayyuu Duroota gartuu ABO lama waliin godhee akkan barruu kana barreessu na kakaase.

Inni dura, tokkummaa qabsaa’ota Oromoo ilaalchisee gaaffii raadiyoo kanaaf deebii Obbo Dhugaasaa Bakakkoo, HDn gartuu ABO isaaniin hoogganamuu, kennan. Obbo Dhugaasaan akka jedhanitti sochiin gartuun saanii “yeroo ammaatti fuula irratti deeffatee hojjechaa jiru hunda caalaa humnna qabsoo keenya kan … baroota dabraniin diddiigame, rakkoon mudate, walitti fiduu fi gurmeessuu dhaafii hojjetamaa jira.”

Inni Lammaffaa gaaffii wal-fakkaataa isaaniif dhihaate irratti deebii Obbo Daawud Ibsaa, HDn ABO isaaniin hoogganamuu, kennan. Isaaniis akka jedhanitti, gartuu ABO Obbo Dhugaasaan hoogganamu wajjin “yeroo addaddaati walitti deebinee waan hedduu haasofnnee, waan hedduu irratti wal taanee, waan irratti hahaftte jirtti. Isheen kun itti fuftti. Itti fufttee, ni xumuramtti.”

Tokkummaan qabsaa’ota Oromoo, sabboontota Oromoof, gaaffii yeroo fi hawwii sabboontota Oromoo ta’uu isaa hubatanii irratti waa jechuusaaniif isaaniin galateeffadha. Read more…

5 comments - What do you think?
Posted by admin - 25/06/2012 at 6:17 am

Categories: Oromia   Tags:

Top 10 Most Dangerous African Countries On List

June 25, 2012 (All Africa) – Global Peace Index has recently released a report on global ranking of countries according to their dangerousness, a dozen African countries are among the most affected by war, terrorism and political instability; but Rwanda is not on the list and is positioned among safe ones.

Since 2007, the Global Peace Index, conducted by the Research Institute of Economics & Peace, class 153 countries of the safest most dangerous. Countries affected by civil wars for years, or face regular violence, are part of the top 10 African countries most dangerous.

The ranking evaluates, among other things, the risk of renewed fighting, the resurgence of political instability and terrorist threats. Among the top ten ranked to be dangerous Ethiopia is ranked the Ten (10) on the list.

More than ten years after the war that opposed to Eritrea, Ethiopia still maintains a tense relationship with the country and conflict: the Ethiopian government has not fully withdrawn its troops from Badme area, the north, and attributed to Eritrea, although the International Court of Justice has precisely defined the borders of both countries.

Ethiopia is also home to separatist movements: the Oromo Liberation Front, which affects the most populated region of Ethiopia to the southwest and the birthplace of important natural resources, the National Liberation Front in the Ogaden, based east on the border with Somalia, has an armed wing, Said the global peace ranking. Read more…

1 comment - What do you think?
Posted by admin - 25/06/2012 at 5:56 am

Categories: Africa   Tags:

U.S. expands secret intelligence operations in Africa

June 25, 2012, OUAGADOUGOU, Burkina Faso (Washington Post) — The U.S. military is expanding its secret intelligence operations across Africa, establishing a network of small air bases to spy on terrorist hideouts from the fringes of the Sahara to jungle terrain along the equator, according to documents and people involved in the project.

Read more…

1 comment - What do you think?
Posted by admin - 25/06/2012 at 5:20 am

Categories: Africa   Tags:

US soldiers on secret Somali operations

June 25, 2012 (Hiiraan) – Mogadishu—Hundreds of the US military troops have been deployed in Somalia for secret operations in the capital Mogadishu, Press TV reports.

At least 390 American troops have been training local soldiers secretly in Somali training bases over the past two months, Somali military sources said on Sunday.

Somali military officer Abdiwahab Mohamed Ali told Press TV that at least 390 American forces, including 38 officers have secretly reached the Mogadishu international airport.

The American troops have also set up secret jails in the country and inject dangerous drugs to Somali soldiers, according to sources.

The report came following two Friday US assassination drone attacks on al-Shabab fighters’ Harweyne training base in Elasha Biyaha on the outskirts of the capital, which claimed the lives of at least 39 people. Read more…

Be the first to comment - What do you think?
Posted by admin - 25/06/2012 at 5:05 am

Categories: Somalia   Tags:

Out of Ethiopia: Is international adoption an ethical business?

June 25 2012 (BBC News) – International adoption is big business in Ethiopia and the country accounts for almost one in five international adoptions in the US, but how ethical is the process? BBC Africa’s Hewete Haileselassie reports in this article which appeared in the latest issue of our Focus on Africa magazine.

Twenty-five years after leaving Ethiopia, Matthews Teshome decided to come home from the United States. This time for good.

He had left much behind in April 2007 – most notably a successful career in IT. But his reason was simple. “There is work to be done,” he said at the time.

Soon after returning to the capital, Addis Ababa, he befriended a young boy he saw running errands and shining shoes around his hotel. Read more…

Be the first to comment - What do you think?
Posted by admin - 25/06/2012 at 4:13 am

Categories: Ethiopia   Tags: