Qeerroon dargaggoota Sidaamaa waliin dhimma qabsoo irratti marii taasise.
Hagayya 17, 2012 Finfinnee
Sochiin Dargaggoota Biyyoolessaa kan Bilisummaa fi Dimokiraasii(Qeerroon) Dargaggoota Sidaamaa waliin walitti dhufuun dhimma qabsoo irratti marii taasise. Diina waloo jiru mootummaa wayyaanee hundeen buqqisuuf gumaatni sabawwan cunqurfamoo marti barbaachisaa akka tahe hubachuun Qeerroon Dargaggoota Sidaamaa waliin walitti dhufuun dhimma qabsoo irratti haalaan erga mariiatamee booda hojii fuulduraa jabinaan waliin akka hojjetamu irratti walii galuun ibsawwan ejjennoo armaan gadii kun baafamee jira. Read more…
Categories: Afaan Oromoo, Ethiopia, Oromia Tags:
Seife Nebelbal Radio Program – Interview with former judge Teshale Aberra
Part I | August 17, 2012
One of Ethiopia’s most senior judges, Teshale Aberra, interviews with Eyob Bayisa. Judge Teshale left Ethiopia following “continued harassment” from the government in November 2006. Judge Teshale served as Oromia region Supreme Court president. Read more…
Categories: Oromia Tags:


