“Ummata Suudaan kibbaa caalaa warraa barate qabna”

Mekuria Bulcha

Feb 20 (Bilisummaa) – Eyyee, warraa Suudaan Kibbaa caalaa warra barate qabaachuu keenya barre. Barattootaa fii hayyoota sirna cunqursaa habashee fuulda dura deemanii ummata isaanii sirna kolonii habashaa jalatti hidha bahanii fii itti jiran itti lakkawwateeti moo, dhuguma warra ofiifii saba isaati barate dhimmi sabaa isaanii isaan yaachisu baana?….Gaafiif deebisaa RSO Prof. Mekuria Bulcha waliin taasise..

mukriya-bulchaa-216