VOA Afaan Oromo Interviews Oromo Community Washington DC Leader
Febrauay 18, 2012
http://ayyaantuu.com/wp-content/uploads/video-gallery/Produce_2.mp3
Febrauay 18, 2012
http://ayyaantuu.com/wp-content/uploads/video-gallery/Produce_2.mp3
Categories: Afaan Oromoo Tags:
jabaadhaa nu jajjabeessaa oromiyaa ijaaraa FINFINNEE irraa
Hundaa dura nagenyii oromummaa bakaa jirtanitti isin yaa ga’uu oromoota maraaf, kessatuu qophessitoota sagantaa VOA afaan oromoo.
Komee isin irra qabaa. Innis yeroo ammaa yeroo kutaalee oromiyaa guutuu keessati ummatii oromoo hidhama, barnootaa irraa hari’ama, hojjii hari’ama, dhigaa jiruutu kanaa maalif akka caalisitan na galuu didde. Keessatuu yeroo gababa asii, mee FKF kan uni. Jimmaa keessati, mana barnoota shawa lixaa, wollaga baha, hararge lixaati baratoota, hojjetoota irraa ga’aa jirufa. Sagantaa keessan Radiomma WAYYENNE nati fakkatee.
jaawaabadha bakka jiirtani hundatti immani oromo waalli kakkassa
Yaa ummata oromoo kan biyyaatifi kan biyyaa ala jirtan ammallee osuma nuti teenyuu diqaalan mataa dhagaa qabattee rabbii nuhaa bilisoomsun isiniin jea nagahatti kajiru wal argaa
maqa koo akka tuqamu hin barbadu
duran durse nagan qophesitoota saganta kanaaf nagan koo hagahuu.
ani kanan jira dhu magala naqamtee yoo ta’uu kanan siniti himu barbadee mucaan asii walagatti dhalatee gudatee yunverstii china Jilin jedhamuti barata jiru tokko seeran ala hidhamee waan jiruuf hala isaa embassy ethiopia Beijing jiruu fi haja ima ala ethiopia hala kana akka quba qabu akka nufii gafatan isiin gotaan gafadha
Ergabarbachaf
jabadha