Yemen: Jireenyi Keenya Isa Du’een ol Isa jiruun Gadi Ta’e! Kadir Martuu Eessa Jira?
VOA Afaan Oromo | Bitootessa 27, 2012
http://www.voanews.com/MediaAssets2/oromoo/dalet/oro_jg_yemen_sudan_misic_03_27_12.Mp3
VOA Afaan Oromo | Bitootessa 27, 2012
http://www.voanews.com/MediaAssets2/oromoo/dalet/oro_jg_yemen_sudan_misic_03_27_12.Mp3
Categories: Afaan Oromoo Tags:
Akka oduun amanama harra naga’eetti Kadir mana hidhaa kan warra dura irra wayyaa’u kessa achuma kartum keesa jira. Akka seera biyattit, ji’aa tokko caalaa namni hinhidhamu (sababa amansisa malee?-I think…just what I was told); kanaf dhihootti hiikamuun isa hinafu;
Karaa dandeenyun waraqaa akka argatuf ittin ansees biyyaa sanaa aka ba’u gochuf yaalu qabna. annii kandadeetti koo ningodha.
Baddaas baane, gammoojjiis dhaqne, kooluus galle, carraa keenya maaliif hiraariifi gidiraa ta’e? Kun hiree, ayyaana moo hanqina?
Yeroo amma Kadir mana hidhaa Soobbaa (Khartoum) jedhamu keesa jira. I am told the reason for his arrest does not warrant for deportation.