Xalayaa Banaa Obbo Leencoo Lataa fi Dr. Diimaa Nagahoof
Raammis Mogoriin (kan barreeffame Caamsaa 5, 2012)
Manguddoota keenya, duraan dursee kabajaa fi jaalala isiniif qabu ibsachuu barbaada. Qaama qaroo sabaa taatanii sabboonummaa Oromoo sadarkaa kanatti ol guddusuu keessatti warra lubbuun jiru keessaa qooda leencaa waan qabdaniifis galanni isiniif qabu guddaa dha. Jireenya keessan gara fuulduraa keessattis kabajaa, jaalalti fi mararfannoon ummata Oromoo baláa akka isin irraa hin fagaanne jabeesseetiin abdadha. Hayyummaa fi maqaan keessan gurra firaa fi alagaa cufaa keessatti beekamu kun ummata Oromootiif akkuma duraaniitti siidaa tokkummaa tahee itti fufuu malee summii garaagarummaatti akka hin jijjiiramnees hawwiin tiyya oláantuu dha.
Obbo Leencoo fi Dr. Diimaa, hawwii fi jaalala isiniif qabu irraa hagana eega ibsee booda gara dhimma xalayaa banaa tana isinii barreessuuf na dirqeetitti haa cehu. Akkuma quba qabnu kaluu tana oduun mooraa qabsoo Oromoo fi hawaasa Oromoo keessatti owítee deemaa jirtu dhimma keessan lamaan taatee jirti. Oduun maqaa teessan dhawattee deemaa jirtu tun daranuu Oromoo gargar oofaa jiraachuu isii dha tu yaaddoo natti naqe. Hanga ammaatitti gama keessan irraa labsa ifaa wahii miidiyaa tahe wayii irratti hin dhageenye tahu illee, wanni isin walgahii Ebla 21 fi 22, 2012 Oslo irratti geggeessitaniin akka dubbattan himamu garuu bifoota adda addaatti hiikamee ummata keessa deemaa ti jira. Namuutuu akkuma hubannoo mata mataa isaatitti hiikkatee duula walirratti baneera. Kun yaaddessaa dha. Duula Oromoon Oromoo irratti banee wal nyaatu kanaaf maqaan keessan kabajamaan sababa tahuu tu na yaaddessa. Ani qaamaan walgahii teessan san irra hin turre. Kanaafuu waan dubbatamaa jiru keessaa kam tu dhugaa, kam tu dharaa adda baafadhee dubbachuun na dhiba. Gabaabaatti garuu wanniin hubadhe, dhaaba Oromoo haaraya jaartanii biyyattiin galuufi kan jedhu. Kanuma irra dhaabadheen waan natti dhagahamu dubbadha. Read more…
Categories: Oromia Tags:
Oromia: Seife Nebelbal Radio Program, May 18, 2012
| Afaan Oromo | Amharic |
Categories: Oromia Tags:
Washington DC: Oromo Community Organization’s Appeal Letter to President Obama on the Growing Repression and Human Rights Violations by the Ethiopian Government
May 16, 2012
His Excellency Barack Obama
President of the United States of America
The White House
1600 Pennsylvania Avenue NW
Washington, DC 20500
Subject: Oromo Community Organization’s Appeal Letter to President Obama on the Growing Repression and Human Rights Violations by the Ethiopian Government
Dear Mr. President Barack Obama:
I am writing this appeal letter on behalf of the Oromo Community Organization (OCO) of the Washington DC Metropolitan Area to express my deep concern about Human Rights Violations against Oromos and other Ethiopian people by the Ethiopian Government. OCO is a non-profit community organization established in 1988 to assist Oromos who came to the United States to smoothly transition, integrate, and become productive citizen in the United States of America. The Oromo people constitute the single largest national group in Ethiopia and the Horn of Africa. Despite this, Oromos are subjected to indiscriminate killings, imprisonments and torture pursued by the successive Ethiopian regimes. Read more…
Categories: Oromia Tags:
Tarkaanfiilee ummataa fi humna addaa WBOn fudhataman
Madda Oduu ABO/MOA/Caamsaa 15,2012
Caasaalee mootummaa nageenya ummataa tiksuuf dirqamni irra jiru keessaa tokko raayyaa poolisaa ti. Haa tahu malee motummootni Itophiyaa hundi humna kana akka sirna isaanii tiksuu fi tajaajilutti ijaarratuun dirqamni polisaa nageenya ummataa tiksuu irra kan ummata hiraarsuu fi dararu taasifamaa yoona gahe. Mootummaan Wayyaanee caasaalee mootummaa aangoo isaa ittiin tikfataa jiru keessaa tokko humna polisaa akka tahes ni beekama. Read more…
Categories: Afaan Oromoo, Oromia Tags:
Categories: Oromia Tags:
Dhaamsa Dargaggoo – Walaloo
Mekiyaa Abdullahitiin | Caamsaa 15, 2012
Magaalaa Nagayatti
Wayaabada ana waan yeroon na goote
Dhufaa dabraan marti ana gabroomfatee
Biyyuma abbaa kiyyaatti bakkaan dhalaadheettii
Bakka handhurti koo itti awwaalamtettii
Qe’uma too dhuftee akka qabneen marti
Eenyummaa ni qabdaa jettee na gaafattii?
Anuu isii hin gaafannee bakka irraa deemtuu
Kan isiin eenyummaa kiyya na gaafattuu
Read more…
Categories: Afaan Oromoo, Oromia Tags:
Ibsa Ijjanno Kominiitii Islama Oromo Edmonton
Caamsaa 15, 2012
Akkamu hedduu kennya hubannutti ummata Empaayara Itopia keessa qophatu harki guddaan Islaama. Haa tahuu malee, hamma yeroo dhihootti islamummaan madda kabajaa fi ulfinaa osoo hin tahin akka asxaa salphinaa fi gad aantummaatti ilaalamaa turee jira.
Kessaahuu, hamma bara 1930-mootatti islaamummaan akka amantii ummata itoopiaa hin tahin fi Empaayarattiin diddibboo kiristianaa jedhamtee akka yaamamtuu fi “Isalaamota” (Muslimoota) itopia jechuu caalaa Islaamota itopia keessa qubatan jedhamanii akka ibasamaa turan seenaan nu yaadachiisa.
Haatahuu malee, Bara xaaliyaan irraa kaasee mirgi muslimoota itopia bifa waliigalaatti ilaalcha waan argatee fi Hailasellaseeniis akka duritti akka ummata kana ukkaamsuu hin daandeenye eega dhugoonfate booda mirgoota tokko tookko kennufii jalqabe. Read more…
Categories: Oromia Tags:
Radiyoo Marii Biyyaa: Leenco Lataa Balleessaa isa odeeffamaa ture amane
Note: Lenco lata, earlier, refused to interview on Seife Nebelbal Radio Program led by Eyob Bayssa.
Categories: Oromia Tags:
Deressa Chimsa of Oromia-Ethiopia wins the Prague International Marathon
Sunday, May 13, 2012, Prague, Czech Republic (IAAF) – Deressa Chimsa ran to form to win the men’s title in 2:06:25, the second fastest performance ever in Prague. He took command from shortly before 25k and beat the Kenyan duo of Stephen Tum and marathon debutant Philemon Limo.
Deressa Chimsa carries a considerable amount of muscle on his upper body for a distance runner and he showed a prize fighter’s swagger in breaking away from a leading group of eleven shortly before 25k. The Ethiopian was the fastest man in the field on lifetime performances, having brought his best down to 2:05:42 for eighth place in Dubai on January 27. The group had gone through halfway in 1:02:54, right on cue for a performance which might threaten the course record of 2:05:39, set by the Kenyan Eliud Kiptanui two years ago.
Chimsa’s second surge broke the group down to five and then he assumed the role of solo runner par excellence, yet with a good 15k still to run. It was an all-Kenyan chasing pack of marathon debutant Philemon Limo, Stephen Tum, winner of Marrakech on his debut in January, Julius Arile Lomerinyang and Nephat Kinyanui.
The front runner continued to look strong as he went through 30k in 1:29:36 with the lead now eleven seconds and growing. A contest of attrition was developing for the podium places behind Chimsa, as Stephen Tum dealt Philemon Limo a lesson in coping with the latter stages. Read more…
Categories: Oromia Tags:
Kibba Baha Shawaa,Waliisoo Keessaa Sabboontonni Oromoo 67 Hidhaman
Odeessa Qeerroo Caamsaa 11,2012 Finfinnee
Mootummaan Wayyaanee diddaa ummataa sirna isaa irratti ka’ee jiru dura dhaabbachuu fi gaaffii ummatootaaf deebii gahaa kennuu haqachuu irraan kan ke’e rakkoolee amantii fakkeessee ummata gooluu fi hidhuu itti bobba’ee jira. Haala kanaan Jidduu galeessa Oromiyaa keessaan sabboontota Oromoo armaa gadiitti maqaan isaanii ta’e kanneen mana hidhaatti darbee jira.
Ammatti kanneen godina Showaa bahaa keessaa gara malee qabamanii ragaa mana hidhaatti darbamanii fi eenyummaa isaanii kan ibsu kanumatti qabsiifnee maxxansinee jirra.
Kanneen kunis:-
1, Mohammad Nuur
2, Saafii Kadir
3, Sayid
4, Makiyaa Muzee
5, Fooziyaa Huseen
6, Jaayifar Jamaal
7, Ibraahim kadir
8, Xohaa Abarraa
9, Badiruu Adam
10, Hasen Aimad Read more…
Categories: Oromia Tags:
List of Oromo nationals and others detained and killed in Gadab Asaasaa district on April 6, 2012
Oromia Human Rights and Justice Council | May 9, 2012
On April 6, 2012, hundreds of Oromo nationals and others have been detained in Western Arsi Zone, Gadab Asaasaa district, in connections with the current movement for the right of religious freedom by followers of Muslim religion, and are waiting to appear in court. The following are among those detained.
Categories: Oromia Tags:
A Civil Conflict masterminded by the Ethiopian authorities have claimed 4 lives and caused the displacement of more than 30,000 Oromo’s in Western Oromiya
May 9, 2012; Naqamte
The Oromo and Benishangul-Gumuz nations have lived in tolerance, peace, and tranquility in western part of the current day Ethiopia for several centuries until the coming of TPLF led regime. The current regime top politicians looks highly skilled, committed and succeeded in putting fire between peaceful neighboring nations in a bid to save time in an ever growing discontent against the regime itself.
In 2008 alone, they armed, trained and sent Gumus militias to burn villages and kill innocent Oromo civilians in which more than 400 were confirmed dead in a very brutal fashion. When pressure mounted as revelation increase on the role of the federal government in the massacre an executive order were passed down to administrative level in which dozens of Gumus militias were sentenced to death.
It is also to be recalled that a leaked recording from high level political meeting uncovered that the Current President of Gambella Region Mr Omod Obong defended himself from the December 13-16, 2003 Anuak massacres by saying “If I have to go to prison, then Meles should also do the same, because he gave me the weapons and the troops”. Then he was reinstated to govern the region in a bid to cover the matter. So it is quite clear that always Meles of his top political advisers are always behind inter ethnic strife in Ethiopia. Read more…
Categories: Oromia Tags:
Germany: Ibsa Ejjennoo tokko -laman
Caamsaa 8, 2012
Miseensotii Tokkuma Barattoota Oromoo Biyyaa Jarmanii(TBOJ) fi ,Oromoo Munshinii fi naannoo isaa jiraatan Caamsa 5 bara 2012 magaalaa Munshinitti waliiti dhufanii jaallan qabsaawota Oromoo otuu koloneffataa Itiyoophiyaa falmanuu yeroo gara bakkaa fi haala gara garaa jalatti lubbuu isaanii jijjiira hinqabne dabarsanii kennan yaadatanii oolanii jiru. Akkuma beekamuu guyyaan gootota Oromoo kan kabajamuu Ebla 15 yoo ta’uu haala jireenyaa biyyaa ambaa irraa kan ka’ee Oromoonni bakka jiranitti guyyaa fi haala isaaniif mijayyeetti kan yaadatan ta’uun isaa ni beekama. Dhuma yaadannoo kanarratti miseensotii TBOJ fi Oromooti bakka kanatti argaman ibsaa eejjannoo armaa gadii kana baasuun xumuranii jiru.
I. Qabsaawonni fi jaarmiyooti bilisummaa Oromoof qabsa’aan garaa-garummaa isaan gidduu furun yaada ana malee dhaabni Oromoo kan biraan jiraachuu hin qabu jedhurra ol-guddatuun akka wal_hubannoon bilisummaa Oromotiif qabsaa’an fi xiyyeeffannaa isaanis kara diinatti godhan waamicha goona. Read more…
Categories: Oromia Tags:
Tokkummaa ! – Walaloo
Mekiyaa Abdullahitiin | Caamsaa 06, 2012
Tokkummaa! Tokkummaa! Tokkummaa! Tokkummaa!
Gaafiin saba Oromoo hoggayyuu kanumaa!
Aniis gaafiin kiyya kanaa alaa mitii
Gaafiin saba Oromoo gaafii sirriidhaatii
Nami waliigalee yeroon alaa galaa
Saba koo hin usinaa walgaafadhaa malaa
Hayyuu qara qabnaa kan mala nuuf maluu
Jeynootaas niqabnaa goota biyyaafloluu
Biiflees baay’ee qabnaa kan darbatee hin dhabnee
Jeyna sodaa hin qabne kan if booda hin deebinee
Hayyoota ciccimoo warra caffee Odaa
Warra sammuu qaraa madda Sirna Gadaa Read more…
Categories: Afaan Oromoo, HOA News, Oromia Tags:
Asaasaa Fi Hokkara Ishee Mudate Kutaa 2ffaa
Camsaa 6, 2012 (VOA News) – Godina Arsii dhiyaa magaalaa Asaasaa keessatti hokkara lubbuu nama Afurii galaafate sanaaf itti gaafatamaan eeenyu? gaaffiin jedhu wal falmisisaa ta’aa jira. Read more…
Categories: Oromia Tags:




