Hirmaannaa Dubartoota Oromiyaa Hoggansa Maatii, Sabaafi Ispoortii Keessatti–G fi D Aadde Xahaayi Wadajoo Waliin
August 9, 2012
Aadde Xahaayi Wadaajoo, Hundeessituufi Qajeelchituu Olaantuun jaarmiyaa namoomaa durbootaafi dubartoota gargaaru kan gabaajee REAL jedhamuun waamamu, “Waa’een dubartootaa, waa’ee saba hundaati, ” jetti. Gaaffiif deebiin kun hirmaannaa
dubartoonnifi durboonni Oromoo ijaarsafi hoggansa dhaabota hawaasaa, namoomaafi siyaasaa keessatti qabanirratti xiyyeeffata. Akka kanaan, maloonni/tooftaleen dubartoonni itti ijaaramuufi aanga’uu (umnoomuu)fi danda’anis gadifageenyaan G fi D kana keessatti xiinxalame.
– Full Text Document at Orompress


