Oromia: Seife Nebelbal news media back in business
Jan 20, 2012 (Seife Nebelbal – Amharic) – Seife Nebalbal was one of the popular newspapers in Ethiopia, which was banned from circulation by the Woyane regime. The journalists fled the country after intimmidation and harassment. Some of them have settled in the US and now they are in a process of reorganizing themselves with new spirit. They have started radio transmission and podcast on websites. The following is the first radio program of Seife Nebelbal. Enjoy a one hour program in Amharic and stay tune for more to come.



gazexaan seife nebelbal ammas gara uummata isheetti deebiúu ishee oduu gammachiisaa dha kunis kaayyoo ishee isa durii qabachaa utuu hin booraíin jechuu dha nan yaada dha yeroo biyya keessatti maxafamtu turte mootummaa halagaa keessumaa ummata oromoo irratti badii dalagaa jiru saxilaa turte
akkuam kanaa SIMBIRTUU kan jedhamtu achuma irra sagalee ishe baleessuun ishee guddaa namatti dhagahama
maaltu beeka maqaa ishee jijjirattee lammii isheetti as deebiti taá
galatoomaa
GOOLEE
biyya ambaa irra
Thank U GO!!
This is a resurrection!!
This has great positive impact on oromo struggle.
Hojii dansa hojjettan sayfee nabalbal. Itti ufufaa nuyis isin waliin jirra. Kun qabsoodha!
Wow! That’s what we are waiting for! We are tired of ESAT & other habesha media outlets. Please go ahead!
This is wasting time! of gowomsuun humaa nufayaduu oromoo.
Gemed Af hula, Etiyopiyawi neh sitibal tenchacheh. Betam bizu chachata.
Gena min ayteh. ‘Meret Larashu’ bileh ye wesedkem meret hula, le-kegn ena le-gra azmach ye lij lijoch yisetal.
Leflif be Minnesota.
Jabaadhaa!
Gaazexaan kun deebi’uun guddaa na gammachiisa.Waanti kufe tokko achumaan yoo hafe nama gaddidiisa garuu deebi’ee yoo ka’u lalisee guddachuun isaa waan hin hafneef nama gammachiisa. Garuu waanan jechuu barbaadu yoomumaa yaada uumata bal’aa fi guddaa “Uumata Oromoo” fi akkasumas dhugaa hundee qabu dabarsuuf akka oolchitan yaada fedhii namoota murta’anii qofaarratti akka hin xiyyeefanne dha. Dhugaa ilma namaa isa biyya keenya keessatti dhokatee hawwaalama jiru kana baasuurratti akka jabaatanii hojjatan abdii guddaan isinirraa qaba. Jabaadhaa ilmaan Oromoo isi faana jirra!!!
Oduu haalaan gammachiisaadha. Yeroo hundaa oduu diinaa dhggeeffachuun Oromoon hamilee cabuu irra kan ofii guddisuu fi irratti hirmaachuun murteessaadha. Keessumaa yeroo ammaa yeroo ololli qabsoo Oromoo irratti heddumaachaa jiru kana keessatti.
Gama biraa Obbo Rundaasaan gaaffii fi deebii godhameefii keessatti deebii quubsaa, dhugaa irratti hundaa’ee fi ergaa gaarii nuu dabarseef akka ilma Oromoo tokkootti galataa fi kabaja guddaan qabaaf. Yaada fi sabboontota akkasiitiin durfamuun qasoo keenya haa finiinsinu. galatoomaa!
Just as Esat for Ethiopians,
Seife Nebelbal for Oromians!!!
Good news of 2012, is launching this Radio.
Oromia shall be free!!
Komata Amhara. Mentaregale Eze. Oromia ye Oromo new. fessam Amharaa.
Seife Nebelbal deebiee ijaaramuun sagalee isaa qilleensa irra dabarsuu calqabuu isaatti baayen gammada. Calqabuma irraayuu kae, gafii fii deebii, marii jarreen romooo tokko tokkoon wojjin jeeqama harra keessa jirru laalchisee godhes seeran eegan dhaggeeffadhee booda, calqaba gaarii tauu mirkaneefadhe. Qophichi calqabarraa kaes beektota Oromooo jeeqama harra keessa jirru laalchisee worra dhiyeessee dubbise irraayis baruumsa gaarii argannee jirra natti fakkaata. Jabaadhaa.
Seife Nebelbal deebiee ijaaramuun sagalee isaa qilleensa irra dabarsuu calqabuu isaatti baayen gammada. Calqabuma irraayuu kaee, gafii fii deebii, marii jarreen Oromoo tokko tokkoon wojjin jeeqama harra keessa jirru laalchisee godhes seeran eegan dhaggeeffadhee booda, calqaba gaarii tauu mirkaneefadheen jira. Qophichi calqabumarrraa kaee beektota Oromoo jeeqama harra keessa jirru laalchisee worra dhiyeesse dubbise irraayis baruumsa gaarii argannee jirra natti fakkaata. Obbo Hulluuqan, Rundaasan wkf deebin kennan quufsa ture. Karoorra gaafiis yoo laalle SEIFE NEBEBAL oggummaa machaaraa qunnamtii kan qabu tauu mullisa. Jabaadhaa!!
Shamsadin A. Roba
habashoonni ABO’n ummata oromoo biratti fudhatama akka qabu waan beekaniif ABO nurraa fudhachuuf yaalaa jiru. Seifenebelbal gaazexaa oromota biratti jaallatamtu waan taateef maqaa ishiitiin banatani yoo ta’e hoo waan beeknu qabna? kanaa f utuu baay’ee hinjajiin/hingammadaiin hojii ishiin hojjatu haaxiinxallu!!!
This is a positive news for Oromoo, and must be assisted by any means media is a vital instrument to expose and challenge the enemies.
Bravo keep it up !!
GB
The idea behind “free Oromia” is to strengthen the ties of kinship between dead and living members of the Oromians as one family to maintain national unity through frequent association of the Oromians in a social way; and to perpetuate the memory and genealogy of our ancestors and descendants of Boroo-Anaa and Barii-Aantuu. This task requires us to combine the resources and efforts of the members of the entire Oromo nation by unifying all historical, and biographical research necessary for the compilation of complete return of the Oromo identity. That, for sure will require battling against those who hate the resurrection of the Oromo identity.
Abba Torbban
I would like you to consider why I am willing to speak my enemy’s language at this particular time for this particular society that understands nothing but eye for an eye. By that, I am meaning that we have to sing their chorister’s favorite song to help them understand where we stand as a nation. I am sure that the words and melody they have heard from us will stay in their minds after we sang it for them.
Aside from that, nothing can negate the fact that there are two political camps in empire Ethiopia today. The one is the dreams of the colonized Cush nations to be free and the other is the political camp of the colonizing Abyssinians. We can take our choice which territory we want to live in until the colonized nations gain their freedoms. So far, the Abyssinians have considered our kindness as foolishness but having pure knowledge of the Abyssinians greed and lopsided understanding of the truth shall greatly enlarge the souls of the colonized no matter how hard the Habash are trying to misled us.
In short, if we choose to ignore the Abyssinians doomed ambition to continue to enslave us, we choose the consequences that follow. We have the Waaqayyoo given brain power to exercise everything to our power to eliminate the consequences of the Abyssinian colonialism in Oromia and empire Ethiopia at large. We must be cautious of their seemingly small actions since it can lead to large consequences.
Finally, please allow me to express my love for you and it is my earnest hope that you always will be on the truth side.
baye jebadha gerigasa isini gonaa
It is a great breaking news. Thank you for your exemplary service. We can’t wait for the day you launch “Seife Nebelbal TV in English and Afan Oromo”. This is not a dream but here in the corner. Start fundraising now and you achieve your goal tomorrow. No injifannoo without effective media. You have already built credibility and trust among the Oromo. Keep it up!
Ishoo