Oromia: WBOn Tarkaanfii Fudhate
Onkoloolessa 4, 2012
Kaampii waraanaa naannoo Aqaaqii mana barumsaa Daraartuu Tulluu cinaa keessa qubatanii jiranii fi kuusaan meeshaa keessatti argamu irratti kaleessa galgala Fulbaana 30, 2012 tarkaanfii humni addaa WBOn fudatameen dhoyiinsi guddaa gaggeeffamuun manni 22 olii fi meeshaa gurguddaa dabalatee lakkoofsaaniis ta’ee maallaqaan tilmaamuun kan rakkisu guutuutti yoo barbadahuu, namni shanan tokko illee akka miidhamedha. Dhimma kana irratti karaa mootummaa walgahiin muddaa gaggeeffamaa jira. Gabaasaa bal’aan boodatti qaqqabsiifama.



Yoo odduun tun dhugaa taate waan diina rifachiisu. Oduu gamachiisaa! Haga ar’a diini oromoo WBOn hinjirtu ja’anii baayyee odeessan. Tarkaanfiin akkasii iti fufuu qaba.
Wow!
Akkam nama gammachiisa. Tarkaanfiin akkanaa kun idutuu walirraa hicitiin guyyoota baay’eef utuu adeemee mogoleen diina battalatti laafa.doo baay’eetti
4/10/2012 at 2:51 am
Baay’ee nama gammachiisa. Tarkaanfiin akkanaa kun iddoo baay’eetti utuu walirraa hicitiin guyyoota baay’eef utuu adeemee mogoleen diina battalatti laafa.
oduun akkanaa kun osoo bifa suuraa ykn video tamsa’ee hedduu nama gammachiisa dhugummaan isaatiis daran mirkanaa’a. galatooma
Akkasi malee WBO KO iti afuufi…warri oduu odeesu North America keesa deemanii haa odeesanii..
Namaati quuba qaabuu irraa, anoo malaan godhee jiira mal gochuun qaabaa kan jedhuu hangafuummaan dursuu qaaba. Akkasuumaas kabajinnii fi jechii nama barsiisuu fi madalawaan kan itti anuun dagataamu hinqabndeedha.
Capacity building, capacity building, sustained and planned united struggle in a multidimensional manners, that is to say, political struggles, economic, social, cultural(Gada/Ireechaa, etc.) diplomatic, propaganda, military etc., constant struggles needs to go on uninterrupted.
Then you will feel the positive bottomless Great force within you nad within the society. Everything is right there within you as individuals and comunities and within the society as a whole.
I am NOT interested in any video entertainment. Pragmatism and united planned actions are the essences and can be self revealing by themselves. Hasty badly planning and running to the nearest ditch for unsustainable actions needs to be avoided.
The cunning foxes capture, torture and extract confessions inorder to stay in power and terrorize innocent people. Preplanned and constant change of strategy and tactics on the ground is an absolute necessity.
Even a Chameloen keeps changing its color according to the constantly changing environment. What an intelligent animal!