Ashamaa,
Waan goota Oromoo kana, waan beeku irraa diqqoo dubbachu fedha. Qabsoo Oromoo keessatti waan wal-beeknuuf Jaala kiyya yoo jedheen natti tola. J/ Asaffaan nama halkanii guyyaa waan haqa Oromoo, abbaa biyyummaa fi bilisummaa ummata Oromoo yaadu duwwaa adoo hin taane, hawwiin bilisummaa saba Oromoo akka dhugoomu jiruu fi lubbuu isa irratti balaa dhaqqabu adoo hin sodaatin nama diina dura dhaabbachaa tureedha.Sababa kanaaf yeroo hedduu rorroo, hojii irraa waggaa hedduu dhaabuu, barnoota isaa PhD akka addaan kutu dirqamuu, hidhamuun irra gahe ( mana hidhaa akka Ma’ikelawwii faa). Seenaa Gootota Oromoo akka Jaarsoo Waaqoo fa qorachuuuf, seenaa isaanii akka lammii fi Ormii beeku, sodaa malee gammoojjii Booranaa, lafa diree qabsoo keessa adoo diina hin sodaatin deeme, qoratee nama kitaaba barreesse. Beekaa Oromoo callaa osoo hin taane, gootota lubbuun jiran keessa tokko jedhee farsuu dandda’a. He is truly a living hero of the Oromo people’s struggle for freedom, human rights and human dignity. Mirga dhala namaa, mirgaa namooma ummata Oromoo akka kabajamu sodaa tokko malee nama sochii qabsoo ummata Oromoo finiinsuu irratti hirmaate, hirmaacha jiru. Jaallii kun namoota qabsoon Oromoo qabdu keessa tokko, beekumsii isaa ammoo dangaa hin qabu. Nama yoo caqasan namatti tolu. Nama waan dubbatu beeku. He is a poet by all sense of the word! He is a human rights activist, he is a revolutionary thinker! He earned my respect. He became my hero.
Dhaamsa:
Deemaa Caqasaa! faaruu qabsa’oota dhagahaa.
This is my message to the Oromo living in Minnesota, if you truly want to hear the stories of Oromo resistance culture from someone who lived that life and studied it under the most difficult circumstances, then go and attend his lecture. You can judge me if you don’t get what you are looking for. If what you want is to hear it all from a giant who lives among us.
Audio clip: Adobe Flash Player (version 9 or above) is required to play this audio clip. Download the latest version here. You also need to have JavaScript enabled in your browser.
June 7, SNR, Interview with Geresu Tufa
Audio clip: Adobe Flash Player (version 9 or above) is required to play this audio clip. Download the latest version here. You also need to have JavaScript enabled in your browser.
May 31, Seife Nebelbal, Interviews with Elemo Ali
Audio clip: Adobe Flash Player (version 9 or above) is required to play this audio clip. Download the latest version here. You also need to have JavaScript enabled in your browser.
May 24, SNR interviews with Dr. Shigux and Qeerroo