Audio clip: Adobe Flash Player (version 9 or above) is required to play this audio clip. Download the latest version here. You also need to have JavaScript enabled in your browser.
June 7, SNR, Interview with Geresu Tufa
Audio clip: Adobe Flash Player (version 9 or above) is required to play this audio clip. Download the latest version here. You also need to have JavaScript enabled in your browser.
May 31, Seife Nebelbal, Interviews with Elemo Ali
Audio clip: Adobe Flash Player (version 9 or above) is required to play this audio clip. Download the latest version here. You also need to have JavaScript enabled in your browser.
May 24, SNR interviews with Dr. Shigux and Qeerroo
Audio clip: Adobe Flash Player (version 9 or above) is required to play this audio clip. Download the latest version here. You also need to have JavaScript enabled in your browser.
Waaqni haa galatoomu kan Media Oromiyaa maqaa jedhu kanaan qabaachuu nu gaye.Namuu iddoo jiruu yoo tattaaficha akkanaa baay’ise Oromiyaan bilisa tayee akka biyyoota biraa guyyaa UN keessaa sagalee isaa dabarfatu fagoo miti.Jabaadhaa ilmaan koo.
Harka fuune!!!
Sab qunnamtii keessaan jala bu’ee dhaggeeffachuuf hawwiin qaba.kanaaf qooda laachaa jirtaniif fayyaa dayaa. waan wayyeeffachuu qabda dhiifamaa waliin isinii akeekuun yaala.
1:Odeeffannoo dhaleesuurraatti shaakallii gahaa gochuu dhabuun waan mu’latuuf itti yaadaa.
2:Namooni odeeffaannoo dhaleessan lashii qaamaa yoo shaakalan dansaadhaa. qabxii kana caalatti hubachuuf warri biraa yeroo odeeffannoo dhaleessan qaamni isaanii akka itti ajajjamuuf laaluun gaariidha.
Ulfaadhaa.
Qaanqee Bosonaa,