Yemen: Human Rights and Oromo Awareness – Baqattoota Oromoo Yaman Magaalaa Sana’a irraa
Baqattoota Oromoo Yaman Magaalaa Sana’a irraa | Waxabajii 25, 2012
Akkam nuuf jirtu obbaleewwan keenya nagaadhaa!
Nu hordofuun keesan baayisee nugamachiiseera, bkki hidhaa nuti keesa jirru guyu guyu waan sakata`amuuf dhoksaa dhaan dalgna waan ta`eef baruu keesan amma kana agare. Documenti darban heduu yeroo gabaaba qabnu kana keesatti barbaane baasuuf waan nu ibuuf heedumminaan ka argachuu dandeesan (www.youtube.com/oromorefugeesyemen)jalatti.
Nu bkka buoota qobaatti eega nuhidhanii biyyatti isin darbnna jechuun waan nu doorsisaa jiraniif lubbu keenyaaf sodaachisa waan ta`eef kanaraa nubaraaruuf nu iyaa. Gara biraatiin ijooleef haawan oromoo mana hidhaa dadaa duwwaan hojjatamee keesatti nyaataaf ugaati malee waan darbatamanii jiraniif aduuf bokkaan beelaa waliin nuraa fixaa jira nyaatni nuti qabnu gargaarsa ilmaan Oromoo alaa jiraniin fayadamuun guyuuti daabo(kudama) lama bitachuu dhaani.
Attachmenti; image196,188fii video17 irratti ittigaafatama mana hidha kanaatu warra embaasi waliin hidhamtoota (dubartootaa) bira senuun foto kaafnaan jarrimoo iyyuun bishaan xurii irratti ganaqanii ofiraa baasan. akka aada biyya kanatiin irri dubartoota bira senuun orkaadha. tufii seene malee. video 19 immoo yeroo roobni irratti roobu agarsiisa. Mee ilaala biyya lamataa keesatti baqataan seera UNHCRn mana hidhaati darbatamee roroon akkana sukkaneesa ita`e yoo irratti adem sifamu.
Baqattoota Oromoo Yaman Magaalaa Sana’a.
Koree Qunnamtii Alaa fi Keessaa.
–Emailii: ittafaa abdisabo@gmail.com



Biyyaa abba teesan dhiftan biyya ambaati haga rakatan biyya teesan galaatii diina keessan tan tate wayyane mancaasa
haga yoom rakkon?
I’m very sorry to be my people like this because we are more people live all over the world like a refuges and we have more land and we are no advantage that is our problem.we have to stand for freedom not be our people refuges more effort make you success that beg from Allah
how it look with you