WBOn Diina Irratti Tarkaanfii Fudhate
(Madda Oduu ABO/MOA)| Hagayya 25, 2012)
Gootichi WBO tarkaanfii farreen irratti fudhataa jiruun mooraa diinaa rifaasisaa fi jeeqaa jira. Lukkeelee diinaa ummata Oromoo saamuu dhaan of duroomsuu galii godhatanii fi kanneen sirna Wayyaaneetti lubbuu dheeressuuf basaasummaa irratti boba’an bakka argamanitti adabuu irratti argama. Akka kanaan Hagayya 23, 2012 Godinaa Wallagga Bahaa Ona Haroo Limmuu bakka Darbaa jedhamutti lukkeelee diinaa 4 irratti tarkaanfii maayyii fudhatee jira. Kanneen tarkaaniifiin irratti fudhatames:
1. Sibaat Efreem: investara Wayyaanee,
2. Yohannis xilaahun
3. Tsigee W/Mikaa’el fi
4. Atikilti Bayyenee, basaasummaan sirna Wayyaanee tajaajilaa turani dha. Tarkaanfii humni addaa WBO godinaa kanatti baay’inaan fudhatamaa jiru irraa lukkeelee fi deggertootni sirna cunqursaa kanaa akka barbaadanitti akka hin sossoone taasisaa jira.
Gama biraan Investara Wayyaanee irratti tarkaanfiin fudhatame. Humni addaa WBO kanneen ummata Oromoo maqaa investment jedhuun lafa isaa irraa buqqaasan adabuu itti fufee jira. Akka kanaan Investera Wayyaanee Abejjee Xilaahuun jedhamu geggeessaa hojii isaa Tarikuu Bayyanee waliin tarkaanfii irratti fudhate. Abejjee Xilaahuun Godina Baha Wallaggaa Ona Limmuu Galiilaa keessaa qonnaan bultoota Oromoo 300 ol tahan lafa isaanii irraa ari’uun kan ofiif qabate dha. Ilmaan Oromoo lafa abaabayyuu isaanii irraa ari’uun alattis basaasuu fi hiisisuu dhaan irratti roorrisaa ture. Tarkaanfii Hagayya 18, 2012 fudhatame kanaanis ummatni naannichaa WBO haalaan faarsuun gammachuu isaa ibseefii jira.
I.U.Of!!


good job continue we are always with you WBO!! GO GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOO
Akkas male goota koo jabaadhaa warri afaan oromoo faajjessanis cimin akee arganii riffachaa jiru.itti dabalee bilisummaa keenya halagaa fi warra garaa isaanii halagaaf bitaman akka jechaa jiranitti utuu hin ta’iin qabsoo keenya ni mirkaneeffana
IUO
G3
If such kind of action had been taken during ” flower cultivation” in the begining, woyyane had not been embarke on salling land. Still it is not late if continue in all areas of Oromia. Not only WBO but all evicted Oromos has to do the same. The role of our organization should be telling people to resist eviction and take action on landgrabbers. It has to be a kind of campaigne ” land to tillers”. Now the motto should be ” land to owners”.
WBO bara-baran jiraadhu. Ayyaanni oromoo gutuu siin wajjin haa ta`u. Waaqni lubuu keesan haa tiksu. Akka nu gammachiistan gammachuu baraa-baraa argadhaa.Waan dandeenyu cufaan isiin wajjiin jira.
Waanni WBO-n hojjatu kun heddu bay’eessa. ‘uummanni Oromo hundinuu WBO tawuu qaba. Warra diinas taye ilmaanuma Oromoo keessa warri diina gargaartus adaba argachuu qabu. Otoo Oromoota, warra gantuu karaa hundaan adabanii warri diinaa waan gootu hin qabduuyyu. Olola kana biyya keessa labsanii akka diina hin gargaarre beeksisuudha. Warra dide tarkaanfii irratti fudhachuudha. Lolli QEERROS itti haa jabaatu.
Good job WBO! The next targets will be TPLF high ranking officials!
WBO koo jabadhu siduukaa jirra. Ittuma fufi.
Bagas gamadinee dinni kenya Malassan duu issatti heedu gamadineers. Jabadha.
OLF must work day and night to grip the poewr and timely inqustion to open fire.
and utmost question raised from oromos and different sources and OLF must increase the no of fighters and it members and militarty field.
Oduu gaarii dha. Diina tokkos ta’u lama galaafachuun qabsoo fuulduratti tarkaanfachiisuu dandaa’a. keessumaayyuu namoota maqaa investimeentiitiin qabeenya Oromiyaa saamuu irratti qooda fudhatan walduraa duubaan adabuudhaan adeemsa keessa Oromiyaa akka baqatanii adeemaan gochuun ni dnadaa’ama. Haajabaannu!!!!!!!!!!
Qabsoon ittifufa;gabrummaan in kufa.
Ofii maal hojjeettee WBO galateeffatta? WBO n eenyu kan diqama sabaa ba’u? Kanaaf of haa sirreessinu. Tarkaanfii diina irratti fudhachuun ga’ee ilma oromoo maraati malee kan WBO callaa miti.
Qabsoon amma gaggeessuu qabnu inni duraa lukkeelee Wayyanee cufa tarkaanfii maayii irratti fudhachuun keenya qabsoo nii saffisiisa jedheen amana. Ammayyuu jijjiirama arguut jirra.
This is absolutely one of the necessary form of struggle but is not enough by itself alone. The other highly ESSENTIAL/IMPORTANT forms of struggle such as political, economic, propaganda, diplomatic, local and international networkings and formation of viral expansions across political, ethnic, cultural, religious, territorial, ideological, etc. boundaries are very much needed in order to create lasting sustainability to support the ongoing struggle on the ground. Otherwise it will become an isolated struggle depending on isolated events with no support bases. Forming alliances and fronts with factions within the Oromo and outsdie the Oromo movements as to reward supporters, convert neutral bystander to become suppoorters as well as neutralizing opponents are basic modes sustainable struggle.
Movements are made to move! Those that are not moving are NOT movements and as such lack basic credibilty and support.
Irbaadhaa!
My message is to target individuals who make harm the Oromo people. Keep targeting one by one,not collectively. Kill and harass them, it will be eaiser to defeat them
Kana kan barbaadamu, kana kan tahamuu qabu. Fuulduraaf osooniifi Video nuuf post gootanii gaariidha.
Tokkoo tokkoo woyyaaneetti oromoo isaan adabu tokko qopheessinee/ramadnee hojii eegaluu qabna. Qaamni dhimmi isaa isa ilaallatu leenjii barbaachisaa ta’e nuuf kenneehujiitti nu bobbaasuu qaba.
Tarkaanfii akkaan bareedaadha jabaadhaa.
Ofbarraan galatoomi yaanni kee dansaa,akkuma atuu jette waan akkanaa kana WBO n eeguun nurran jiru ilm Oromoo marti ga’e isaa bahuu qaba……
WBO vs Hidhattoota Wayyaane wajjiin
Qonnaan bulaan vs Investaroota Wayyane wajjiin.
Daldalaan vs Wayyane maq daldalatin Oromoratti bobbae wajjin.
Shekkonni vs Shekkota wayyaane kan Oromorratti bobban wajjiin.
Qeesonni vs Qeesota Wayyaane kan Oromo irratti bobba’an wajjiin.
Hayyoonni vs Hayyoota Wayyaane wajjiin kknf mara wajjiin qabsoo finiintuu godhu qabna.
Galatooma
The same wild propaganda with no tiny seed of truth for the last 10 years. Shanee is living in denial and delusion. Do not live in denial and lie to yourself guys. Come out of your delusion and see the reality so that you can heel yourself from psychology of denial. What we know is the faction after faction you have been creating and Ethiopians you have been breading for the last 10 years. This is the only fact about you but not about fighting the enemy. Your internal factional fighting is what characterizes you but not organization for fighting the enemy of Oromo liberation. Stop lying to Oromoo people. I know who writes this propaganda from Australia.
the OLF factioned group did nothing what is needed in timely actions and all of them propagandist and please try to defunct .
If you lobve your people open the fire now. and great shame.