OSG Australia Appeal for Urgent Action
OSG URGENT ACTION
October 10, 2012
To: Office of the United Nations High Commissioner for Human Rights (OHCHR),
Palais Wilson, 52 rue des Pâquis
CH-1201 Geneva, Switzerland
Oromia Support Group Australia (OSGA) expresses its deep concern, and appeal to your office for your urgent intervention in relation to the arbitrary arrest of Oromo civilians on 30th September 2012, by Ethiopian armed forces, during celebration of ‘Irrechaa’ Festival – Thanks Giving Day – in Oromia region.
So far, OSGA has confirmed that Fifty two (52) civilians were unjustly imprisoned because the government authorities charged them with wearing unapproved clothing, including the wrong colour of clothes.
–Full Report click here


Oromo yeroo hunda mirga ofii mormachuu irratti wareega kafaluu qaba malee maqaa ABO fi mallattoo isaatii jecha wareega kafaluun gowwummadha kuni dhugatti akka qabsoof jabnatti laallamusi hin qabu.Maaliif yoo jedhame miseensi ABO tokko faajjii ABO fi alaabaa ABO qabatee hidhamu ajaa’ibaasi miti waani miseensichaa fi dhaabchi isaanii itti boonuu qabaniidha ummanni Oromo hundi ABO ammoo faajjii ABO miseensonni ABO dhaaba kana bu’uuressan itti hin amanneef nuti bilisummaaf malee walabummaaf hin qabsoofne jedhuun dhaaba biraa dhaabna jechuun afaan guutanii dubbatanitti.2ffaa yeroo maqaa ABOn miseensi qawwee qabate oromiyaa keessa hin jirretti.Oromoni bilisummaa oromof mirga Oromo qofaaf falmuu qaban jedha keessaaf kisaaraa maqaa ABOn wareega oromon kafale fi bu’aa isaa wali madaalchisuun tooftaa qabsoo Oromo yeroon jijjiramuu qabnu har’a .
Oromiyaan ni bilisoomti.